quotNUURA QALBII” Nashiidaa Gamtaa Haaraya 2025 NashidaAfaanOromo UlulAzm NUURAQALBII Nashed











>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=9exIiWnd8Vc

Listen for more Ulul-Azm Media • Subscribe to our official YouTube channel:    / @ulul-azmmedia78   • -------------- • Follow Ulul-Azm Media on: • TikTok:   / ululazmmedia   • instagram:   / ululazmmedia   • spotify: https://open.spotify.com/artist/0qr68... • #ulul_azm #nuraqalbi • Lyrics • ------- • Yaa Habibi yaa xahaa • Yaa nuura qalbii • Booru jannatatti • Mee ifi-nuqabi • Onneen si jaalattee • Tanumaafin Aada • An boqonnaan dhabe • Hogguu sumaan yaada •        • Rabbiin si taasise • Addunyaadhaaf dawaa • Jechoota khee gaarii • Arraata mi'aawaa • Namni si caqase • Si dhugoomsu malee • Tasgabbiin hin taa'u • Kharaa manaa galee • Keyyata 2πŸ‘‡ • Akhlaaqa kee laalee • Nanuu booji'amaa • Oso addan baafnee • Arabaaf ajamaa • Walqixatti laaltaa • Walirran caalchiftuu • Tanaaf si jaalannaa • Yaa ergamaa guutuu •          Keyyata 3πŸ‘‡ • Haadhaa fii abbaa koo • Maatii irraa dhaladhe • Obboleeyyan kiyyaas • Kan wajjiin guddadhee • Firaafii Aalii too • Hundee saba kiyyaa  • Sumaattu naaf caalaa • Barsiisa nagaya • Haybaan fuula kheetii • Dhibamaa fayyisaa • Dukkana halkanii • Walaqqisee ibsaa • Khankee bareedinni • Hin dhumu himamee • Wallaahi yaa habiib • Keyyata 4πŸ‘‡ • Sawaad ibnu ghaziyyii • Sahaabaa nabiitii • Mallattoo hedduudhaan • Ibsamti jaalalti • Jaalala rassuulaa • Malaan agarsiisee • Haalli Sawaad godhe • An na gammachiisee •      Keyyata 5πŸ‘‡ • Sayyidiin hiriirsee • Salfii gootowwanii • Dirree badrii irratti • Tahe haalli khunii • Sawaad ni dhabbataa • Tarree sahaaba kheeysaa • Rassuulli itti dhufee • Tuqe garaa isaa • Keyyata 6πŸ‘‡ • Sawaadoon gad ja'ee • Garaa if qabatee • Yaa rassuul maalumaaf • Akkana na dhooytee • Harki khee na miidhee • Garaan na laalatee • Sirraan kafaladhaa • Waan ati na gootee • •       Keyyata 7πŸ‘‡ • Hayyameef sayyidiin • Akka khafalatuu • Laalan sahaaboonni • Waan sawaad hojjatuu • Garuu yaanni isaa • Faallaa khanaa taatee • Garaa habiibuna jaalalaan dhungatee • Keyyata 8πŸ‘‡ • Yaa rassuula rabbii • Bareedaa dhugumaa • Miidhaga khee laalee • Namni booji'amaa • Kharaan khee qajeelloo • Haalli khee qur'aanaa • Nama hunda caalaa • Siitu natti Aanaa • •       Keyyata 9πŸ‘‡ • Silaan huccuu tahee • Jibriirraa tolfamee • Qaamattin si Aana • Sitti mammaramee • Silaan dachii tahee • Ati narra deemtee. • Faana kheetti Aanuu • Qalbiin too khajeeltee • Keyyata 10πŸ‘‡ • Maqaan khee onnee too • Kheeysa barreeffamee • Fidaa khee haa tahuu • An siif wareegamee • Dirree qiyaamattiis • Si wajjiin khaafamee • Sani fedhiin tiyya • Yoo carraan argamee • Khankee bareedinni • Hin dhumu himamee • Wallaahi yaa habiib • Rabbiin suma Uume • • #Ulul_Azm #NashidaAfaanOromo • #Ululazm #Nashed #Nashidaafaanoromoo #Minbertv #Seifufantahun #Oromomusic #Hachaaluu #Jawarmohammed #Ethiopiannashed #ethionashed #muazhabib • #ramadan #nasheed #ululazmi #motivation #ethopia #muazhabib #comingsoon #diredawa #raayyaaabbaamaccaa #raayyaa_abbaa_maccaa #manzuma #mahirzain • ©οΈ 2024 Ulul-Azm Media

#############################












Content Report
Youtor.org / YTube video Downloader Β© 2025

created by www.youtor.org