hanisha solomon new music 2017
>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=J3lSGqGm0Dk
Obbo #Lammaa Magarsaa sadarkaa tokkummaaf qabsoon Ummata Oromoo irra geessee jirtuuf naasuuf sodaa diinni Oromoo keessa jiru ilaalchisee maal jedha? Dhageeffadhaa. • 1.Oromuma_midhagina • 2.Oromummaa_bareedina • 3.Oromummaa_tokkummaadha • 4.Oromummaa_jaalalaa • 5.Oromummaa_dhiigaa • 6.Oromummaa_abdiidha • 7.Oromummaa_dhalootaa • 8.Oromummaa_keennaa_umamatii • 9.Oromummaa_badhaasa_waaqatii • 10.kanatti_hundii_keenya_ni_amannaa_miti_it. • Dhaamsa Uummata Oromoo Hundaaf • Gochootaa oromummaa dhabamsisuuf raawwatama turan keessa isaan gurguddoon:- • Uummata Oromoo ajjeesu • Uummata Oromoo Hidhuu • Uummata Oromoo buqisu • Qabeenya Uumma Oromoo Saamuu • Maqaa Oromootaa gara maqaa amaaratti jijjiru • Maqaa oromummaatin yaamamun akka qaanitti fudhachu • Ani habashadha jedhani akka of-ibsan taasisu • Seenaa Oromoo xureessu • Aadaa Oromoo dhabamsisuu • Bakkeewwan Oromiyaa keessa jiran maqaa Oromoo irra gara amaratti jijiru • Qabeenya Oromiyaa keessatti horataman maqaa habashatin akka waamaman taasisuu • Afaan Oromoo akka dagatamu taasisu fi afaan amaraatin akka dubbatamu taasisu fi • kkf baay’ee jiran keessa hanga tokko yoo ta’an, dhaamsi ani isini dabarsu barbaadu akka kanaa gadiiti ibsama. • Www.meeshaalee.nl • We.maddaseena.com • • Oromo Music Star Hachalu Hundessa
#############################
![](http://youtor.org/essay_main.png)