Haala Rakkisaa keessa Jira Artist nuhoo Goobanaa Gargaarsatti Haajama Namuu Akka Cinaa dhaabbatu
>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=LWEK4TRa-7c
Artist Nuhoo Goobanaa Gargaarsa Ilmaan Oromootti Haajama Akka Cinaa Dhaabbattan Yaa Oromoo Alaa Fi Keessa Jirtan. #RorasTube Fi Jaallan Kiyya Qaqqaaliin Magaalaa Adaamaa Jiraatan Na Waliin Dhaquudhaan Ziyaaraa Dheeynee Haala Hamaa Keessa Jiraachuu Hubanne. • Vedio Kana Akka Nama Hunda Dhaqqabuuf Like Godhaa Vedio Tanatti Gatii Godhaa YouTube Recommend Godhe Nama Mara Biraan Akka Gahuuf. Galatoomaa Subscribe Godhaa Channel Kanaas
#############################
![](http://youtor.org/essay_main.png)