Dibora Kibre Mal Jaalalli Akkasi New Afaan Oromo Gospel Song 2022
>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=O1Fj3IRE8To
Singer: Dibora Kibre Shiwe • Featuring: Amanuel Etana Caalaa Lagesee • Music: Caalaa Lagesee • Producer: Dibora Shiwe • Lyrics • Dhiphina golgootaa • Lola’uu dhiiga kee • Ani hin dagadhu • Naaf jettee kan uffatte leeyyoo 2X • Maal jaalalli akkasii • Kan ati na jaallatte • Hamma du’a fannootti • Lubbuu kee kan naaf laatte • Adda dha • Gooftaa koo ati adda dha • Adda dha • Abbaa koo ati adda dha • Addadha • Uumaa koo ati adda dha • Adda dha • Iyyesuus situ adda dha • Lubbuun kee homaa sitti hin fakkaanne • Ati anaafi maal hin taane • Naaf jettee yeroo gidirfamte • Na oolchuuf kana hundumaa taate • Adda dha … • Hin dagadhu • Waraansa gar-malee • Hin dagadhu • Kan ati waraanamte • Hin dagadhu • Xoofoo hadhaa’aa dhugdee • Hin dagadhu • Kan naaf dhiphatte fannoo irratti olbaatee • Hin dagadhu • Jirma jiidhaa baattee • Hin dagadhu • Finyoo sibilaatiin garafamte • Hin dagadhu • Harka keef cinaacha kee naaf waraaname • Hin dagadhu • Lubbuu kee isa naaf wareegame • Hin dagadhu 6X • Ani hin irraanfadhu • Kan eenyu naa hin taane • Ati naaf taate • Na keessaa hin badu • Gochaati naaf goote • Hafuura koo caalaa natti aantee jirta • Ulfaadhu Iyyesuus koo ati hunda naaf caaltaa • Kan eenyu naa hin taane • Ati naaf taate • Na keessaa hin badu • Olmaati naaf oolte • Hafuura koo caalaa natti aantee jirta • Ulfaadhu Iyyesuus koo ati hunda naaf caaltaa • #OromooGospelSong #2022 #FaarfannaaAfaanOromooHaaraa #OromooWorship #OromooSong #NewOromooGospelSong #Dibooraa #subscribe #MaalJaalaliAkkassi #Jaalali • Ⓒ Dibora Shiwe Official Copyright
#############################
