Andualem Gosaa Gumgume Lyrics











>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=RYQQ01GOmf4

Check out:- Amazing New Ethiopian Oromo Music with its Lyrics By Our Young Artist Andualem Gosa. • G. U. M. G. U. M. E. ¶ • By ANDU'ALEM GOSA • Lyrics By:- Sisay Asefa (Oromsiis Abbaa Biyyaa) • Melody: Andu'alem Yosan Getahun • Composer: TEDMOS STUDIO (Tedros Moges) • Dhugaa Ganamaa • Dhugeeffannaa Oromummaa • Waloo Uumaa....(2) • Seertuu Seera Namoomaa. • Walooma Waliin • Gadaan Galti Namaa......Waloo-Uumaa • [ Walooma Walooma Waloomaa] • Gurree Gurraan Galu • Gurraacha Gurra Lootii • Dafoo Hadan-Dafii • Ayyaana Warra Kootii • Qomoon Mariin Murtu • Qormaata Mara Mootii • Gadaan Waloon Galtu • Dhugaan Walaba Baatii • [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii] • Yaayyaa- Ba-YYaayyaa • Yaa Ilmaan Aayyaa • Ilaaf-Ilaamee • Tokkoomuu Wayyaa • Sagaltama Si Taajjabee.....Gumgume • Ijji Moggaa Moggaa • Moggaatti wal-Laaluu • Shimbir Laga Lagaa • Mormorii Marmaaruu • Kormi karraa karraa • Karratti walwaalu • Walbeekan WaliiGaluu • Harki Harka Harkaa • Hidhee wal Sakaalu • Arrabni Dhugaa Diigee • Waan-Dharaa Daldalu • Seera Uumaa Dabsee • Uumaman wal-lolu • [Lakkii-Lakkiisii Lakkiboo] • Dafoo Dafimee • Waaqa Waaqaa • Waloomaa Waan Afriiqaa • Koyyaa Sooreekoo • Yaa Sorooraakoo • Waloon wal Faanaa • Waliin Dhugaa Wal'aanaa • [ Walooma Walooma Waloomaa] • Gurree Gurraan Galu • Gurraacha Gurra Lootii • Korjoo Kormaan kormu • Korrommiin Warra Kootii • Lammii Lammiin Yaatu • Lammachi Luba Yaatii • Bokkuun Gadaa Galu • Adunyaa Mara Mootii • [Gurree Gurraan Galu, Gurraacha Gurra Lootii • Yaayyaa- Ba-YYaayyaa • Yaa Ilmaan Aayyaa • Ilaaf-Ilaamee • Tokkoomuu Wayyaa • Tabbaan Tabba Tabbaa....Gumgume • Tabbatti Ol Yaabuu • Lagaan Laga Lagaa • Lagatt-Achi Darbuu • Qomoon Qomoo Qabuu • Qomatti Wal Qabuu • Qomoon Gamtaa Qabu • Mataa Gadi Hin Qabuu • Harki Harka Harkaa • Hidhee wal Sakaalu • Arrabni Dhugaa Diigee • Waan-Dharaa Daldalu • Seera Uumaa Dabsee • Uumaman wal-lolu • [Lakki Lakkiisii Lakkiboo] • Dafoo Dafimee • Waaqa Waaqaa • Waloomaa Waan Afriiqaa • Koyyaa Sooreekoo • Yaa Sorooraakoo • Waloon wal Faanaa • Waliin Dhugaa Wal'aanaa • [ Walooma Walooma Waloomaa] • • • #OromoDJ #andualemgosa #Gumgume #like #lyrics #ethiopianmusic #oromomusic #viral #New #viral #andualem_gumguma #oromo #ethiopia • #vision #Menawshewa #hope #thisweek #oromia #sirba #oromiyaa

#############################









Content Report
Youtor.org / YTube video Downloader © 2025

created by www.youtor.org