Gurmessa Tesfaye Full Album











>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=aG-Ys_ZV8XE

(Macaafa Faarfannaa 23 ) • 1 Waaqayyo tiksee koo ti, ani homaa hin dhabu! • 2 Inni marga lalisaa keessa akkan boqodhu in godha, gara laga itti aara galfataniittis na geessa; • 3 inni lubbuu anatti in deebisa, maqaa isaatiif jedhee daandii qajeelaa irra na geggeessa. • 4 Ani bowwaa dukkanaa'aa sodaachisaa keessa yoon adeeme iyyuu, hamaan anatti dhufa jedhee hin sodaadhu; ati anaa wajjin jirta, uleen keetii fi dhaabbanni kee ana in jajjabeessu. • 5 Utuma warri na cunqursan ilaalanii, ati maaddii anaaf in dhi'eessita mataa koos dhadhaa ejersaa in dibda, xoofoon koos guutee irra in dhangala'a; • 6 eyyee, bara jireenya koo hundumaatti gaarummaan kee fi arjummaan kee ana duukaa in bu'u; guyyoota kana hundumaafis mana Waaqayyoo keessa nan jiraadha. • αˆ˜αˆαŠ«αˆ™ αŠ₯αˆ¨αŠ› • αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠ₯αˆ¨αŠ›α‹¬ αŠα‹ αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ 23:1 (Egziabher Eregnaye New Mezmura Dawit 23) • α‹¨α‹³α‹Šα‰΅ αˆ˜α‹αˆ™αˆ­ • 1 αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ αŠ₯αˆ¨αŠ›α‹¬ αŠα‹α€ • αŠ αŠ•α‹³α‰½ αŠ α‹­αŒα‹΅αˆα‰₯ኝምፒ • 2α‰ αˆˆαˆ˜αˆˆαˆ˜ መሡክ α‹«αˆ³αˆ­αˆαŠ›αˆα€ • α‰ α‹•αˆ¨αα‰΅ α‹αˆƒ α‹˜αŠ•α‹΅ α‹­αˆ˜αˆ«αŠ›αˆα€ • 3αŠααˆ΄αŠ•αˆ α‹­αˆ˜αˆαˆ³α‰³αˆα’ • ሡለ αˆ΅αˆ™αˆα£ • α‰ αŒ½α‹΅α‰… αˆ˜αŠ•αŒˆα‹΅ α‹­αˆ˜αˆ«αŠ›αˆα’ • 4α‰ αˆžα‰΅ αŒ₯αˆ‹ αˆΈαˆˆα‰† α‹αˆ΅αŒ₯ፀ • α‰₯αˆ„α‹΅ αŠ₯αŠ•αŠ³α£ • αŠ αŠ•α‰° ከαŠ₯αŠ” αŒ‹αˆ­ ሡለ αˆ†αŠ•αˆ…α£ • αŠ­α‰αŠ• አልፈራምፀ • α‰ α‰΅αˆ­αˆ…αŠ“ αˆαˆ­αŠ΅α‹αˆ…α£ • αŠ₯ነርሱ α‹«αŒ½αŠ“αŠ‘αŠ›αˆα’ • 5αŒ αˆ‹α‰Άα‰Ό αŠ₯ያዩ፣ • α‰ αŠα‰΄ αˆ›α‹•α‹΅ αŠ α‹˜αŒ‹αŒ€αˆ…αˆαŠα€ • αˆ«αˆ΄αŠ• α‰ α‹˜α‹­α‰΅ α‰€α‰£αˆ…α€ • αŒ½α‹‹α‹¬αˆ αˆžαˆα‰Ά α‹­αˆαˆ΅αˆ³αˆα’ • 6α‰ αˆ•α‹­α‹ˆα‰΄ α‹˜αˆ˜αŠ• αˆαˆ‰α£ • α‰ αŒŽαŠα‰΅αŠ“ αˆαˆ•αˆ¨α‰΅ α‰ αŠ₯ርግαŒ₯ α‹­αŠ¨α‰°αˆ‰αŠ›αˆα€ • αŠ₯αŠ”αˆ α‰ αŠ₯αŒα‹šαŠ α‰₯αˆ”αˆ­ ቀቡ፣ • αˆˆα‹˜αˆ‹αˆˆαˆ αŠ₯αŠ–αˆ«αˆˆαˆα’ • Yesuusin Filannoo kee Isa Jalqabaa Godhadhu! • Telegram: https://t.me/tiksee_Dhugaa • YOUTUBE:    / @tikseetube   FACEBOOK:   / waaqayyootk  

#############################









Content Report
Youtor.org / YTube video Downloader Β© 2025

created by www.youtor.org