Baqattaa Kaameeruun Naayijeeriyaa Keessatti Barnoota Sadarkaa Olaanaatti Jiru VOA Afaan Oromoo
>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=pfSRYIj-Wfg
Bara 2017 irraa jalqabee mootummaan Kaameeruun fi gareen afaan Ingiliffaa dubbatan walaba bahuu barbaadan waraana keessa jiru. Walitti bu’iinsa kanaan lubbuu namoota kuma jahaa olii darbee, kuma dhibbaan an lakkaawwaman immoo qehee ofii irraa buqahaniiru. Hedduun isaanii Naayijeeriyaa dahoo godhatanii jireenya isaanii deebisanii ijaaruuf yaalaa jiraatanis, carraa fi qabeenyi garuu daangeffamaadha. Haa ta'u malee baqataan tokko barnoota sadarkaa olaanaa akka karaa milkaahinaatti fayyadamuun san jijjiiruuf hojjachaa jira. Timotii Obiyezutu kibba Naayijeeriyaa Ogoja irraa gabaase. • Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa. • » Subskiraayib godhaa: https://bit.ly/43rqZJa • » Vidiiyoo dabalataa laaluuf: / voaafaanoromoo • VOA Afaan Oromoo hordofaa: • » MARSARIITII – https://www.voaafaanoromoo.com • » FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA – / voaafaanoromoo • » INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA – / voaafaanoromoo • » TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA – / voaafaanoromoo
#############################