Faaruu Faarfattoota Miidiyaa Sootiriyaatiin Yeroo dhiyootti
>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=uAbMnA23tJY
Mijuu Og-aartii Miidiyaa Sootiriyaa irraa • **Mana Kiristaanaa** • Samii irra kan turte gamtaa ergamootaa • Tokkummaa hin cabne yaa'ii kiristaanotaa • Bu'uura dhagaa tokkicha warra lapheetti baatu • Warra Kiristoosif bultoo ta'ee isumas jiraatu • Mana Kiristaanaa jennaan warra foo'amani • Fannoo isaa baatanii kan isa duuka bu'ani • Yeroo dhiyootti... • Youtube / @soteriamedia21 • Telegram: https://t.me/Soteriamedia • Facebook: / soteriamedia21 • #church #Lallaba #Ortodoksii #Orthodox #faaruuortodoksii #faaruu #mezmur #sibket #ethiopianorthodoxtewahedochurch #spritual #coomingsoon #Tajaajila #salvation #tewahedo #amen
#############################
