SAYYIDUNAA RASUUL 2022 Official Nasheed VideoVocals only Nashiidaa Afaan Oromoo
>> YOUR LINK HERE: ___ http://youtube.com/watch?v=uKCjPWge1HE
Si arkuuf dheebodhee • Yoomuman si arkaa • Ol seentee qubattee • Onnee too walakkaa • Yaanni khee na ccimaa • Guyyuma guyyaanii • Wallaahi yaa nabii • Sin jaaladha anii • • Si hordofuu malee • Gadin teenye takkaa • Dhugaadhaa hin sobuu • Rabbiitu na arkaa • Ani waa'ee kheetii • Hin quufu odeeysee • Halkaniis yaanni khee • Hirriibaa na khaasee • Dammaqee ol ka'ee • Imimmaan lolaasee • lubbuu too dirqamaan • Sossobee raffisee • Maaluma jaalalti • Akkanatti ulfaattuu • Qalbiin too yoomillee • Si yaaduun hifattuu • • Si arkuuf dheebodhee • Yoomuman si arkaa • Ol seentee qubattee • Onnee too walakkaa • Yaanni khee na ccimaa • Guyyuma guyyaanii • Wallaahi yaa nabii • Sin jaaladha anii • • Namni akka kheetii • Abad hin uumamnee • Yaa dawaa jaalalaa • Yaa qoricha onnee • Ati ergamuudhaan • Jallinarraa hafnee • Fidaa khee haa taatuu • Lubbuu too siif khannee • Si hordofa millii • Goggaa tarkaanfatu • Harki khiyyaas daran • Hoggaa waa hojjatuu • Sunnaa kheet hordofaa • Qaamaa qalbiin tiyyaa • Tanaafin jaaladhee • Islaamummaan faayaa • • Si arkuuf dheebodhee • Yoomuman si arkaa • Ol seentee qubattee • Onnee too walakkaa • Yaanni khee na ccimaa • Guyyuma guyyaanii • Wallaahi yaa nabii • Sin jaaladha anii • • Entaloo ajaa'ibaa • Dubbatee seenaanii • Sana'a bintu hasnaa • Ja'amaa maqaanii • Gaa'ila jaarrachuuf • Rassuulli laallatee • Bultii wajjiin jaaruuf • Isii qaadhiimatee • Sana'a buntu hasnaa • Gammadde of wallaaltee • Yeroo namni ja'uun • nabbiit si laallatee • Dadhabde of too'achuu • Onnen isii dhaabbattee • Gammachuu saniitiin • Ruuhiin isii baatee • • Si arkuuf dheebodhee • Yoomuman si arkaa • Ol seentee qubattee • Onnee too walakkaa • Yaanni khee na ccimaa • Guyyuma guyyaanii • Wallaahi yaa nabii • Sin jaaladha anii • • Khan jaalala isaatiif • Lubbuun wareegamtuu • Habiibii khoo malee • Hinjiru namuutuu • Tokko sin qixxaatuu • Ati hunda caaltaa • Xiqqaaf guddaan jattuu • Hundaaf garaa laaftaa • Nama akka kheeti • Dachiin hin baadhannee • Yaa caalaa uumamaa • Tanaaf sitti hidhannee • Si jaalachuun dhiisuu • Hangan si qunnamuu • Hogguu suman yaadaa • An Sin dhiisu yoomuu • • Si arkuuf dheebodhee • Yoomuman si arkaa • Ol seentee qubattee • Onnee too walakkaa • Yaanni khee na ccimaa • Guyyuma guyyaanii • Wallaahi yaa nabii • Sin jaaladha anii • • Namoonni hojii tun isin bira geesse #Like #Share #subscribe Godhaa nu jajjabeessaa • #muaz_habib_official #Muaz_mh #Nashed #Oromusic #jawar_mohammed #Keol_Negasa #Seifuonebs #Nashida2023 #Nashidaafaanoromo • • Munshidoota • •Muaz Moammed • •Mahir Ahmed • •Hamza Mohamed • •Fahmii Mussa • • Walaalo • •Mahdi Omer • • Yadaloo • •Salah Ulul-Azm (Mahir) • Sagalee • •Eluna studio • Video • •Odaa studio • Galaata • •Tun tiyya desgin • •Salah Mohammed •Haadha Ahmaadiin • (Faaxumaa Oromoo) • Spoonsara • •Muaz Mohammed
#############################
